ادرس الأمثلة حسب وتيرتك. اختر مجموعة صغيرة وحاول تذكّرها دون النظر ثم راجعها في المرة القادمة.
سلامnaqaa?
ما إسمك؟maqaan ke eenyu
متشرف بمعرفتكsi argun naaf gammachudha
كيف حالك؟isin attam?
أنا بخير، شكراfayyaadha, ulfaadhu
و أنت؟ati ho?
هل تتحدث اللغة العربية؟afaan (ingiliizi/oromoo) beekta?
هل هي تتكلم الصينية؟afaan chaayina beeka?
قليلاxinnoo se
كم هو سنك؟umuriin ke waggaa meeqa?
أبلغ من العمر 33 سنةani waggaa soddomi sadii
لقد سعدت بالتحدث إليكwajjin haasa'un kenya na gammachiseera
ماذا تعني؟maal jechuu keeti?
لاأفهمnaa ngalle
لا أعرفan hinbeeku
أسفdhiifama
ماذا يعني هذا بالعربية؟afaan oromootin maal jedhama?
ماذا تعني هذه الكلمة بالإنجليزية؟jechi kun afaan ingiliizitin maal jedhaa?
من أين أنت؟biyyi ke eessa?
أنا من أمريكاbiyyo ko usa
أنا أمريكيani nama amaarikaaniti
أين تعيش؟essa jiraatta?
أعيش في أمريكاbiyya amaarikaani njiraadha
ما هو عملك؟maal hojiin ke?
أنا طالبani barataadha
هل ممكن أن أساعدك؟si gargaaru?
هل ممكن أن تساعدني؟na gargaarta?
أين هو المطار؟dirreen xiyyaaraa eessa?
إمش على طولfuuluma dura ke deemi
ثمyeros
عرج يساراgara bitaa gori
عرج يميناgara mirgaa gori
عيد ميلاد سعيدayyaana dhalootaa gaarii
سنة سعيدةayyaana haaraa gaarii
عيد ميلاد مجيدayyaana dhalootaa kiristoos gaarii hata'u
حظ سعيدcarraa gaarii, (or milkaa'a)
مبروكbaga gamadan
لقد حجزت غرفةiddoo qabadheera
هل لديك غرف شاغرة؟kutaan siree duwwaan jira?
أريد غرفة لغير المدخنينkutaa dhowwaa sigaaraa qabu nfedha
كم هي التكلفة للّيلة الواحدة؟halkan tokkoof gaiin meeqa?
نادلtajaajilaa / baashira
كم ثمن هذا؟kun gatiin meeqa?
ما هذا؟kun maal inni?
هل أنت بخير؟ati fayyuma?
أحتاج طبيبhakiimiitu na barbaachisa
النجدةgargaarsa / qarqaarsa
إتصل بالإسعافambulaansii waamaa
إتصل بالشرطةpoliisii waamaa
أنا مريضna dhukkuba / nandhibama