ilanguages.org

Entrenador de Vocabulario Oromo

Estudia los ejemplos a tu ritmo. Elige un grupo pequeño, intenta recordarlo sin mirar y repásalo en tu próxima sesión.

Estudiar las palabras (210)
PreguntaRespuesta
unotokko
doslama
tressadii
cuatroafur
cincoshan
seisjaa'a
sietetorba
ochosaddeet
nuevesagal
diezkudhan
primerotokkoffaa
segundolammaffaa
lunesdafinoo / ojja duree
martesfacaasaa
miércolesroobii
jueveskamisa
viernesjimaata
sábadosambata xinnaa / sambata duraa
domingodilbata / sambata guddaa
ahoraamma
ayerkaleessa
hoyharr'a
esta nocheedana
mañanabor
frutasmuduraa
manzanasmiilloo
plátanosmuuzii
tomatestimaantima
patatasdinnichaa
cebollasshunkurtaa
rojodiimaa
verdemagariisa
azulbaluu
blancoadii
negrogurraacha
grisdaalacha
desayunociree
almuerzodhiyaana
cenairbaata
lecheannan
cafébuna
pandaabboo
soleadoaduu qaba
ventosonibubbisa
lluviosoroobuu
fríodhaamocha
calorgubaa
niñogurbaa
niñaintala
hijoilma
hijaintala
hermanoobboleessa
hermanaobboleettii
hombredhira
mujerdubartii
padreabbaa
madrehaadha
abueloakaakayyuu
abuelaakkawoo
casamana
inodorokutaa usoo
habitaciónkutaamanaa
dormitoriokutaasiree
cocinakushiinaa
mesaxarapheezzaa
gatoadurree
perrosaree
ratónantuuta
pájarosimbira
vacasa'a
caballofarda
calcetineskaalsii
zapatosqophee
pantalonessurree
camisashamiizii
sudaderashurraaba
abrigokootii
inglésingiliffaa
francésfaransaayii
alemánjarmaniffaa
españolispaaniffaa
italianoxaaliyaaniffaa
portuguésportugiizii
griegogiriikiffaa
rusoraashiniffaa
arábigoarabiffaa
hindihindiffaa
chinochaayiniffaa
japonésjaappaaniffa
taxitaaksii
autobúsbaasii
hotelhooteela
reservasire qabsiisuu
aeropuertodirree xiyaaraa
pasaportepaaspoortii
estudiantebarataa
profesorbarsiisaa
plumaiskiriibtoo
libroskitaaboota
páginafuula
diccionariokuusaa jecholee
manoharka
piesmiilla
cabellodabbasaa
ojoija
bocaafaan
narizfunyaan
ambulanciaambulaansii
médicocirreessa
hospitalhoospitaala
farmaciamanaqorichaa
policíapooliisii
dolor de estómagogaraa ciniinnaa
yfi
por debajojala / gajjallaa
antesdura
después debooddee / booda
dentro dekeessa
fuera deala
conwajjin
perogaruu
paraf
deirraa, ittii
aitti
enkeessa
¿qué?maal?
¿quién?eenyu?
¿cómo?attamitti?
¿por qué?maaliif?
¿dónde?eessa?
nuncamatuma
rara vezdarbee darbee
a vecesgaaffii gaaf
por lo generalyeroo baayyee
siempreyeroo hunda
muybaayyee
yoani
tu/ustedati
élinni
ellaisheen
nosotrosnuhi
ellosisaan
miko / kiyya / tiyya
tuke / te
su (él)isaa
su (ella)ishee
nuestrokeenya / teenya
su (ellos)isaanii
hablo inglésingiliffa nan dubbadha
usted habla francésafaan faransaayi dubbata
él habla alemánafaan jarmanii dubbata
ella habla italianoafaan xaliyaani dubbatti
he visitado franciabiyya faransaayi ndaawwadhe
voy a tomar lechebuna ndhuga
yo te entiendodubbiin ke naa gala
yo no te entiendodubbiin ke naan ngalle
yo no hablo francésafaan faransaayi hinbeeu
esta es mi casakun mana kooti
ese restaurante está lejosmanni nyaataa sun fagoodha
no hay problemarakinni hinjiru
¡hola!naqaa?
¿cómo se llama?maqaan ke eenyu
¡gusto en conocerte!si argun naaf gammachudha
¿cómo está?isin attam?
¡muy bien, gracias!fayyaadha, ulfaadhu
¿y usted?ati ho?
¿hablas (inglés/oromo)?afaan (ingiliizi/oromoo) beekta?
¿ella habla chino?afaan chaayina beeka?
solo un pocoxinnoo se
¿qué edad tienes?umuriin ke waggaa meeqa?
tengo treinta y tres años de edadani waggaa soddomi sadii
¡fue agradable conversar contigo!wajjin haasa'un kenya na gammachiseera
¿qué quieres decir?maal jechuu keeti?
¡no comprendo!naa ngalle
¡no sé!an hinbeeku
perdonadhiifama
¿cómo se llama eso en oromo?afaan oromootin maal jedhama?
¿qué significa esa palabra en inglés?jechi kun afaan ingiliizitin maal jedhaa?
¿de dónde eres?biyyi ke eessa?
yo soy de la ee.uu.biyyo ko usa
soy americanoani nama amaarikaaniti
¿dónde vives?essa jiraatta?
yo vivo en el ee.uu.biyya amaarikaani njiraadha
¿en qué trabajas?maal hojiin ke?
soy un estudianteani barataadha
¿lo/a puedo ayudar?si gargaaru?
¿me puede ayudar?na gargaarta?
¿dónde está el aeropuerto?dirreen xiyyaaraa eessa?
siga derechofuuluma dura ke deemi
luegoyeros
doble a la izquierdagara bitaa gori
doble a la derechagara mirgaa gori
¡feliz cumpleaños!ayyaana dhalootaa gaarii
¡feliz año nuevo!ayyaana haaraa gaarii
¡feliz navidad!ayyaana dhalootaa kiristoos gaarii hata'u
¡buena suerte!carraa gaarii, (or milkaa'a)
¡felicidades!baga gamadan
tengo una reservaiddoo qabadheera
¿tiene habitaciones disponibles?kutaan siree duwwaan jira?
quisiera una habitación para no fumadoreskutaa dhowwaa sigaaraa qabu nfedha
¿cuánto cuesta por noche?halkan tokkoof gaiin meeqa?
camarero/atajaajilaa / baashira
¿cuánto cuesta esto?kun gatiin meeqa?
¿qué es esto?kun maal inni?
¡está bien?ati fayyuma?
necesito un doctorhakiimiitu na barbaachisa
¡ayuda!gargaarsa / qarqaarsa
¡llame a una ambulancia!ambulaansii waamaa
¡llame a la policía!poliisii waamaa
me siento malna dhukkuba / nandhibama

Guía de aprendizaje

Guías de aprendizaje en inglés